Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Ijoolleenkoo barnoota isaanii dhaabuun baayyee na yaaddeessa' -Emrukubaa
Maxxanfame
Sammuu ijoollee osoo baqatanii maatiin daandiitti biraa ajjeeffamanii wallaanuurratti hojjanna jedha barsiisaan buufata baqattoota Itoophiyaa kan Sudaan keessatti ijoollee barsiisaa jiru.
Emrukubaanis akkasuma waa'een ijoollee ishee barnoota idile adda kutuu baayyee kan ishe yaaddeessu ta'u BBC'tti himte.