Lola Tigraay: 'Kirara kiyya akka namaattiin itti haasa'a'- baqataa kiraara michoomfate

Maxxanfame

Baqataan lammii Itoophiyaa kaampii baqattootaa Suudaniitti argamu kun, attamiin gadda isaatti dhagahamu kiiraaraan muziiqaa xabachuun akka obsu BBC'tti hime.