Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Qorattuu yakkaa Jeen Muugoo: 'Giiftii basaastotaa' Keeniyaan walbaraa
Maxxanfame
Keeniyaan taatee basaasaa beekamaa Jeemis Boond ishee dhugaa qabdi. Maqaanshees Jeen jedhama. Qorattuun Jeen Muugoo, biyyattiitti qorattuu haalaan beekamtufi falmisiistuus taatedha.
Akka isheen jettutti, yakkoota dhibbaan lakka'aman hiikeera jetti. Namoonni garuu seera ofiishee baasteen bulti isheen jedhu.
Kun seenaa namoonni 'Giiftii basaastootaa'' ittiin jedhaniiti. Gaazexeessituun Shaaron Maachiraa gabaasa kana BBC Africa Eye'f midhaassite.