Kabaja ayyaana Cuuphaa Magaalaa Naayiroobii suuraan

Maxxanfame

Itoophiyaan alatti biyyoota ayyaanni Cuphaa haalaan itti kabajamu keessaa tokko Magaalaa guddoo Keeniyaa Naayiroobii yoo taatu, gaazexessaan BBC Yaadataa Birhaanuu sirnicharratti argamuun suuraalee mimmiidhagoo kanneen kaaseera.