Kabaja Irreecha 2020 Magaalaa Finfinnee suuraadhaan

Maxxanfame

Irreecha bara kana Magaalaa Finfinneetti kabajameera. Boru ammoo Magaalaa Bishooftuutti kabajamuuf jira. Sababii koronaavaayirasitiin walqabatees lakkoofsi namoota ayyaana kanarratti hirmaatanii baayyee muraasaa ta'uun hubatameera.