Hakimoota qoricha sobaa Covid-19 osoo daldalanu saaxilaman

Maxxanfame

Gaanaatti hakiimoonni sobaa osoo qoricha Covid-19 fayyasa jedhanii daldalanuu irra gahame. BBC hordoofuun gabaaseera dowwadhaa.