Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Kiliippii muuziqaa Oromoo guddisuuf cimseen hojjedha'- Leencoo Fiqiruu
Maxxanfame
Leencoo Fiqiruu yeroo dhiyoo asitti kiliippota muuziqaa Afaan Oromoo daayirekti gochuun dargaggoo beekamtii horachaa jirudha.
Weelluuwwan haaraa reefuu namoota hedduu biratti fudhatama gaarii argatan keessaa ''Muquxxaayee'' fi ''Chim Chim Goona'' Leencootu Daayireek godhe.
Turtii BBC Afaan Oromoo waliin taasise kana mee daawwadhaa.