Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
"Haqni haa bahu, koronaa miti poolisiitu ajjeese"
Maxxanfame
Poolisiin Keeniyaa lansii weerara koronaavaayirasii to'achuuf labsame raawwachiisuuf jecha mandara tokko keessatti qofa nama lama ijjeesan.
Lammileen kanaan ori'an koronaa miti poolisiitu nu ajjeesaa jira jedhanii hiriira bahan.