Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhalataan Oromoo Minisootaatti qabeenyi jalaa saamame maal jedha?
Maxxanfame
Ameerikaa kutaa biyyaa Miniyaapolis magaalaa Minisootaa kan Oromiyaa xiqqoo jedhamtee beekamtutti ajjeechaa nama gurraacha Joorji Filooyid irra gaheen duuba hokkora uumameen qabeenyi hedduun saamamee jira.
Dhalattoonni Oromoo qabeenyaan jalaa saamame maal jedhu?