Mormii ajjeechaa Joorj Filooyid: 'Lubbuun gurraachaas lubbuudha'

Maxxanfame

Lammiin gurraachi Ameerikaa Joorj Filooyid harka poolisii adiin erga du'e as as mormiin magaalota Ameerikaa hedduu walgaheera.