Koroonaavaayiras: Asymptomatic ykn mallattoo agarsiisuu dhabuu jechuun maal jechuudha?

Maxxanfame

Waa'ee Koroonaavaayiras ogeeyyiis tahe qaamoleen biroo yogguu ibsa kennan, jecha 'asymptomatic' yookaan mallattoo agarsiisuu dhabuu irra deddeebiin dubbatu. Kana jechuun maal jechuudha? Daraartuu Amaloo isinitti himti