Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Koroonaavaayiras: Iddoo hojiitti akkamiin walirraa hiiqna?
Maxxanfame
Tatamsa'ina Covid-19 karaalee itti hir'isnu keessaa inni ijoon waliirraa hiiquu yookaan fageenya keenya eeguudha. Iddoo hojii keenyaatti kana akkamiin gochuu dandeenya? Hamzaa Huseen isinitti hima.