Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Ululleenkoo ijoollummaatti bare yeroo weeraraa kanatti miiltoo naaf taate'
Maxxanfame
Ogummaan Ijoollummaatti bartan jireenya keessatti yeroo tokko nufayyada jettanii yaaddanii beektuu?
Shawaa kaabaa Kuyyuutti dhalatanii kan guddataniifi amma Ameerikaa naannoo Washington DC kan jiraatan Obbo Daanyaachoo Baayyuu, dandeettiin Ulullee afuufuu Ijoollummaatti bare yeroo rakkoo kanatti nafayyade jedhu.