Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Koroonaavaayiras: Farreen jarmootaa (disinfectants) Covid-19 irraa nu fayyisuu?
Maxxanfame
Pireezidantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp farreen jarmootaa yookaan 'disinfectants' Covid-19 fayyisuuf ooluun isaanii qoratamuu qaba jechuu hordofee qeeqa guddaaf saaxilamaniiru.
Farreen jarmootaa (disinfectants) Covid-19 irraa nu fayyisuu?