Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Koroonaavaayiras: 'Inni tokko fayyaa tahuun isa kaaniifi,' Artsit Hamalmaal Abaata
Maxxanfame
Weelliftuu Hamalmaal Abaatee weerara Covid-19 ittisuuf jecha sochii godhamaa jiru keessatti ga'eeshee ba'uuf murtee goote, turtii gabaabaa BBC waliin taasifteen dubbatti.