Koronaavaayiras: Meeshaan harkatti qabatanii sakatta'an Covid-19 ittisuuf maal gumaacha?

Maxxanfame

Waajjiraaleefi dhaabbileen garagaraa balbala isaaniirratti meeshaa harkatti qabamtuun nama sakatta'u. Ofii meeshaan adda namaatti qabanii ittiin sakatta'an koroonaavaayiras ittisuu keessatti maal gumaachiti? Gaazexeessaan keenya Galaanaa Balaay isiniif ibsa.