Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Isheen Eenyu? 20: Dubartii Maqaashee qofa akka barattuuf ergamuun kan hanga digirii sadaffaa barrattee
Maxxanfame
Dr Bashaatuu Farrada duri wayita mana barnootaa galtu akkuma maqaashee barattee deebiituuf maatiin ishe ergu himti. Haa ta'u malee ammaan tana Yunivarsitii Wallagaatti Ittaantu Pirezidaantii ta'uun tajaajilaa jirti.