Koronaavaayiras: Qulqullina waajira keessaniifi dhibee Covid-19

Maxxanfame

Qulqullina waajira keessaniifi dhibee Covid-19 ilaalchisuun wantota gochuu qabdan kana viidiyoo gabaabduu kanarraa hordofaa.