Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Nageenya Lixa Oromiyaa: Naqamteettii jireenyi komaand poostii jalatti maal fakkaata?
Maxxanfame
Rakkoo nageenyaa lixa Oromiyaatti uumameen keessumaa jiraattonni godinaalee Qeellem Wallaggaa fi Wallagga Lixaa rakkoo hamtuu keessa seenuu himatu.