Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Konkolaachisaa daandiiwwan Finfinnee gubbaatti guyyaa guyyaan nagaa lallabu
Maxxanfame
Finfinneetti konkolaachisaa taaksii ka tahe Sayifuu Amaanu'eel ''Guyyaatti namoota sadiif waa'ee nagaa yoon dhaame natti tola,'' jechuun, ganama yeroo mara daandiiwwan Finfinnee gubbaatti ergaawwan waa'ee nagayaa himan qabatee dhaabbata.