Maanguddoo dhaloonni isaanii Kaaba Itoophiyaa Gondar ta'us Naqamtee haalaan jaalatan.

Maxxanfame

Obbo Masfin Ambaaw dhaloonni isaanii Kaaba Itoophiyaa Gondaritti ta'us kan ijoollee godhatanis magaalaan jaalatanis garuu Naqamteedha.

Jiraattota magaalaa Naqamteef masinqoofi akkordiyoonii akka taphatan kan dubbatan maanguddoon kuni Afaan Oromoo baruu akka hin dandeenye himu.