Teessumni mana fincaanii Warqii masaraa keessaa hatame

Maxxanfame

Teessumni mana fincaanii abbaa Warqii kaaraatii 18 Ameerikaa jedhamu masaraa Bileenheeyim keessa ture hatame.