"Qaammee sirbuu deemeen sareen na ciniinte" - Artiist Hawwii Tazarraa

Maxxanfame

Baandii dubartoota qofaa qabu, badhaasa Siinqee, ayyaana Qaammee fi dhimmoota biroo irratti Artiist Hawwii Tazarraa BBC Afaan Oromoo waliin haasifteetti.