Bonnie Holcomb: 'Qeerroo fi qarreen anaafi kanneen biroof balbala nuuf bananii jiru'
Maxxanfame
Dr. Bonnie K. Holcomb lammii Ameerikaa yoo taatu, ganna hedduun dura - akka isheen jettutti 'qarree ganna 23 wayita turtetti' gara Oromiyaa dhufuun uummata Oromoo waliin walbarte.
Egasiis OSA hundeessuu dabalatee, qorannoowwan garaagaraa gaggeessaa turteetti. Ganna hedduun duubas gara Oromiyaa kan deebite Qabbanneen, wayita konfaransii OSA'f Finfinneetti argamte BBC waliin turtii taasisteetti. Dhiyaadhaa.