Saayintistoonni Itoophiyaa keessatti hambaa buqqee mataa kan ganna miiliyoona 3.8 argatan.

Maxxanfame

Gareen saayintistootaa idil-addunyaa Naannoo Affaar Aanaa Miillee keessatti hambaa buqqee mataa kan ganna miiliyoona 3.8 lakkoofsise argachuusaanii beeksisan.