Ilhaan Omaar: Tiraamp 'ajandaa olaantummaa warra adii' oofa

Maxxanfame

Ilhaan Omaar Tiraamp 'ajandaa olaantummaa warra adii' oofa jechuun dubbii isaa balaaleffatte.