Waancaan kubbaa Miilaa Addunyaa kan dubartootaa waan hedduun baayyee dabalaa dhufe

Maxxanfame

Waancaan kubbaa Miilaa Addunyaa kan dubartootaa waan hedduun baayyee dabalaa dhufe. Kana bara kana Firaansitti gaggeeffamus hedduu qalbii hawwachaa jira.