Shamarran lakkuu dhagahuu hin dandeenye moodeelota ta'an

Maxxanfame

Shamarran lakkuu lammuumaan isaanii Ertiraa ta'an kunneen waggaa torba yeroo jiran gurri isaanii dhaga'uu dide.

Amma moodelistoota beekamoo ta'an ilaalcha namootaa jijjiiraa jiru.