Waldhibdee hawaasa Booranaa fi Gabraa furmaata dhabe

Maxxanfame

Walitti bu'iinsi hawaasa Booranaa fi Gabraa erga eegalee waggoota hedduu lakkoofsisus ammallee furmaata hin arganne jedhu jaarroleen Marsabit.