Hojjettoonni warshaalee huccuu Itoophiyaa maaf xiqqoo kafalamaaf?

Maxxanfame

Hojjettoonni Itoophiyaa warshaalee huccu kaampaniiwwan faashinii gurguddoo addunyaaf meeshaalee dhiyeessan keessa hojjetan gatii baay'ee xiqqaan hojjetu jedha gabaasni.