Seenaa Leenca Gurraachaa fi dirree Bonayyaa

Maxxanfame

Hafteen xayyaarota Xaaliyaanii garee loltoota Itoophiyaa Leenca Gurraacha (Black Lion) jedhamanin bara 1936 gubatan aanaa Waayyu Tuqaa ganda Bonayyaa Muloo keessatti gatamanii argamu.