Vitiligo: Hiriyoonni lammii Keenyaa ta'an lamxummaan bareedina jechaa jiru

Maxxanfame

Hiriyoonni lameen Julie Asuju and Wangui Njee lammiiiwwan Keenyaati.

Lamaanuu dhibee lamxaa'uu ykn 'vitiligo' qabu.

Kanaanis yeroo dheeraaf qoollifatamaniiru.

Amma kana hambisuuf qabsaa'aa jiru.

Gogaa akkanaa qabaachuun bareedina jedhu.