Maanguddoo ganna 96 ganda isaa diigamuu baraare

Maxxanfame

Maanguddoon ganna 96 lammii Taayiwaan kun ganda isaa diigamuu baraare. Yeroo ammaa waggaatti nama miliyona tokkoo oltu daawwata.