Taateewwan gurguddoo shanan bara 2018

Maxxanfame

Barri 2018 goolabamuuf guyyoota muraasatu hafe.

Bara kana keessa taatewwan gurguddoon xiyyeeffannaa miidiyaalee addunyaa argatan shan kunooti.