Waalee fi Hinesee: Sirba aadaa Oromoo Keeniyaa

Maxxanfame

Roobni roobee lafti jedhee yoo jedhu Oromoonni Keeniyaa akka kanaan sirbanii loon isaanii faarsu.