Hawwan Venzuweelaa daa'imman sooruu dadhabanii guddifachaaf kennan

Maxxanfame

Venzuweelaatti beelli hammaachuu isaatiin hawwan daa'imman isaanii guddifachaaf dabarsanii kennuuf dirqamanii jiru. Nyaatni obbolaawwan quxisuuf akka hafuuf jecha daa'imman mana dhiisanii ba'anis jiru.