Intala miila malee dhalattee maatiin gatan guddattee raajii hoojjette

Maxxanfame

Kaaniyaa Seeser, rakkoon waliin dhalatte milkaa'ina ishee hin dhowwine. icciitiin isaas abduu kutuu dhiisuudha jetti.