Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Areetaa Firaankliin 1942 - 2018
Maxxanfame
Weellistuun giiftii gosa muuziqaa Soul jedhamuun beekamtu Areetaa Firaankliin ganna 76tti boqotte.