Buunnoo Beddellee: Haadha oyiruusaanii oolchuuf farra raammoo kalaqan

Maxxanfame

Aaddee Taabotee Abaatee raammoo geerii oomisha boqqolloosaanii nyaatee isaan rakkisaa tureef golasaanii keessatti furmaata agataniiru.