Itoophiyaa: Siidaan Aksuum balaaf saaxilamee jira

Maxxanfame

Suphaan hatattamaan hin taasifamu yoo ta'e siidaan Aksuum balaa jiguuf saaxilamuu akka danda'u himameera.