Haala simannaa Pirezidantii Ertiraa Isaayyaas Afawarqii suuraan

Maxxanfame

Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii yeroo Finfinnee seenan haala ho'aan simatan. Suurawwan filanne mee ilaalaa.