Doolaarri hanqina qoricha uumee

Maxxanfame

Rakkoon hanqina sharafa alaa kutaalee biyyattii adda addaa keessatti hanqina qorichaa uumeera.