Mummichi ministeeraa Neezarlaand buna lafatti jalaa dhangala'e hare

Maxxanfame

Mummichi ministeeraa Neezarlaand buna lafatti jalaa dhangala'e qulqulleesse. Qulqulleessitoonnis hamilee kennaniif. Harataa akkatti fayyadamus itti agarsiisan