Haasawa Ministirri Muummee haaraan Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad taasisan keessaa

Maxxanfame

''Demookraasiin nuuf wanta haaraa miti, addunyaarra wayita demookraasiin hin beekamnetti, nuti sirna Gadaan bulaa turre.''