Odeeffannoo dhuunfaa 'Facebook' irraa qabdan akkamiin tikfachuu dandeessu?

Maxxanfame

Feesbuukiin tibbana hanna odeeffannoo fayyadamtootaa waliin wal qabatee dhiibbaa keessa jira. Ofii akkamiin odeeffanoo keessan eeggachuu dandeessu?