Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dubartummaa fi Qonna
Maxxanfame
Ijoollee 6 abbaan warraa ishee itti dhiisee boqote guddisuun dirqama ishee ture. Waggoota 20 oliif qotiyyoo camadattee qotaa turte, kanaanis maatii ishee bulchaa jirti.