Odola namni keessaa baqataa jiru

Maxxanfame

Jijjiirama qilleensaarraa kan ka'e gaalaanni guutee odola liqimsa sodaa jedhutu jira. Kanaaf jecha jiraattonni irraa godaanuuf karoorfatan.