Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Suuraawwan halluu hedduu Guwaantanamoo ibsan
Maxxanfame
Agarsiisni suuraa 'ode to the Sea' jedhamu hookkara kaase. Sababni isaa hojiin aartii kun sirreeffamtoota amma Guwaantanaamoo jiran kan duraan loltoota turaniin kan ka'e waan ta'eef. Agarsiisni kun kan gaggeeffame Kolleejjii Yakkaa 'John Jay College' kan New Yoorkitti argamu keessatti.