Dubartoonni kaansarii dursanii akka baranif mobaayiliin isaan gargaaraa jira

Maxxanfame

Meeshaan haaraa dubartoonni mallattoo kaansarii fiixee gadameessaa akka dursani hubatan gargaaraa jira.