Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Iddoo hojii yoo xiqqaate sa'aatii 8 itti dabarsitanitti hoogganaa akkamii barbaaddu?
Maxxanfame
Guyyaa 1 keessaa yoo xiqqaate harka 1/3ffaa iddoo hojiitti dabarsina. Hojiin karaa gaariin akka hojjetamuuf ammoo hoogganaa/hooggantuu waliin hariiroon qabdan murteessaa dha.